![]() ![]() Shamarree oromoo dargaggoo oromoo wal barbaanna qomoo kan kaabaa kan kibbaa itti fufe diddaa gabrummaan abidda dhaami maaf nadiddaa farra lammii kiyyaa jedha qeerroon biyyaa walabummaaf iyyaa nutis haa birmannu yaa shamarree biyyaa yoo kana raawwanne ishooooooooooo bagan naaf magartan isin ilmaan kiyyaa jettii ofiin boonti oromiyaa harmeen tiyyaa Qabsoo bilisummaf nutis gabnu fageessinee barree falmaaf haa dhaabannu nutis yaa shamarree oromiyaa aayyoon nuun haa boontu amaarree Nuti tokko taanee falmarra dhaabannee daandii bilisummaa WBO duuka buunee harqoota gabrummaa yoos of irraa fuunee harqoota gabrummaa akkasiin of irraa gadi buufneeeeeee Ishooooo bagan tae oromoo abbaa biyyaa isoon orma taee ulfudheetan iyyaa QEERROO OROMIYAA ISINAN JAALADHA ISINTU DAHOO KIYYAA AMMALLEE LALISAA SABOONTOTA BIYYAA Ulanula taatee, Kokkee too na seente, Qaama koo kessati Dhokattee, riphiftee, Dhiiga koo cunfattee, Yoo seentu qalattee, Hanga arbaa gesse Na kessat guddattee, Foon koo mieeyfatee, Keessa kiyya teeysaa Harata tolfattee, Maadhee bareffatte. Kitaaba Afaan Oromoo Upgrade Your Browser. ![]()
0 Comments
Leave a Reply. |
AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. ArchivesCategories |